Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 25-26

Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure

Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure

25:27-34

Esaawu “wantoota qulqulluu hin dinqisiifanne.” (Ibr 12:16) Kanaan kan kaʼes, mirga angafummaa isaa gurgureera. Kana malees dubartoota waaqolii tolfamoo waaqeffatan lama fuudheera.—Uma 26:34, 35.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Wantoota qulqulluu taʼan armaan gadii akkan dinqisiifadhu argisiisuu kanan danda’u akkamitti?’

  • Hariiroon Yihowaa wajjin qabu

  • Hafuura Qulqulluu

  • Maqaa Yihowaa isa qulqulluu taʼeen waamamuu

  • Tajaajila dirree

  • Walgaʼii Kiristiyaanaa

  • Gaaʼela