Bitootessa 2-8
UUMAMA 22-23
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale”: (Daq. 10)
Uma 22:1, 2—Waaqayyo, Abrahaam ilma isaa isa jaallatu Yisihaaqiin aarsaa godhee akka dhiheessu isa gaafate (w12 7/1 31 key. 4-6)
Uma 22:9-12—Yihowaan, Abrahaam Yisihaaqiin akka hin ajjeesne isa dhowweera
Uma 22:15-18—Yihowaan, Abrahaam waan ajajameef akka isa eebbisu waadaa isaaf galeera (w12 10/15 23 key. 6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 22:5—Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin aarsaa gochuuf utuu deemaa jiruu tajaajiltoota isaatiin innii fi Yisihaaq deebiʼanii akka dhufan kan isaanitti hime maal irratti hundaaʼuudhaan ture? (w16.02 11 key. 13)
Uma 22:12—Caqasni kun Yihowaan dandeettii wantoota gara fuulduraatti taʼan dursee beekuuf qabu kan fayyadamu yeroo barbaadutti akka taʼe kan argisiisu akkamitti? (w17.02 30 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 22:1-18 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Amantii Guutuudhaan Dubbachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 15 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.12 14 key. 3—Mata Duree: Abrahaam Yesuus Duʼuu Isaa Dura Qajeelaa Jedhamee kan Waamame Akkamitti? (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Ajajamuun Eegumsa Argamsiisa: (Daq. 15) Viidiyoo Walgaʼii Waggaa 2017—Haasaawwanii fi Caqasa Waggaa 2018—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu ilaalaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 88 key. 1-11
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 61 fi Kadhannaa