Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 22-23

‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’

‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’

22:1, 2, 9-12, 15-18

Abrahaam yommuu ilma isaa Yisihaaqiin aarsaa gochuuf jedhetti dhiphinni isatti dhagaʼame, Yihowaan Ilmi isaa Yesuus Kiristoos aarsaa akka taʼuuf yommuu kennetti wanta isatti dhagaʼame yaadaan ilaaluuf nu gargaara. (Yoh 3:16) Wanti Yihowaan lakkoofsa 2 irratti dubbate, waaʼee gara laafina isaa maal nu barsiisa?

Jaalalli Yihowaan argisiise maal gochuuf si kakaasa?1Qo 6:20; 1Yo 4:11