Bitootessa 23-29
UUMAMA 27-28
Faarfannaa 10 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera”: (Daq. 10)
Uma 27:6-10—Yaaqoob eebba argachuu qabu akka argatu Ribqaan isa gargaarteetti (w04-AM 4/15 11 key. 4-5)
Uma 27:18, 19—Yaaqoob Esaawu fakkaatee abbaa isaa duratti dhihaateera (w07-AM 10/1 31 key. 2-3)
Uma 27:27-29—Yisihaaq eebba ilmi angafaa eebbifamu Yaaqoobiin eebbiseera (it-1-E 341 key. 6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 27:46–28:2—Hiriyoonni gaaʼelaa seenaa kana irraa maal barachuu dandaʼu? (w06-AM 4/15 6 key. 3-4)
Uma 28:12, 13—Abjuun Yaaqoob waaʼee “yaabbannoo” arge maal argisiisa? (w04-AM 1/15 28 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 27:1-23 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun namni inni haasofsiisaa jiru sun waaʼee ofiisaa yeroo dubbatu akka isa dhaggeeffachaa jiru akkamitti argisiise? Babalʼisaan kun Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnutti akka gaariitti kan fayyadame akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) jl barumsa 17 (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 90
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 147 fi Kadhannaa