Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera
Eebbi Yisihaaq Yaaqoobin eebbise raajii ture
-
27:28—Yihowaan sanyii Yaaqoobiif lafa gabbataa “aannanii fi damma baasu” kenneera.—Kes 26:15
-
27:29—Israaʼeloonni (Sanyiin Yaaqoob) warra Edoom (Sanyii Esaawu) caalaa cimoo taʼaniiru.—Uma 25:23; 2Sa 8:14
-
27:29—Warri Edoom Israaʼeloota waan jibbaniif abaaramaniiru, akkasumas yeroo booda balleeffamaniiru.—His 25:12-14