Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 30–Ebla 5

UUMAMA 29-30

Bitootessa 30–Ebla 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe”: (Daq. 10)

    • Uma 29:18-20—Yaaqoob Raaheliin fuudhuuf waggaa torba Laabaaniin tajaajiluuf walii gale (w03-AM 10/15 29 key. 6)

    • Uma 29:21-26—Laabaan Yaaqoobiin gowwoomsuudhaan Liyaa kenneef (w07-AM 10/1 8-9; it-2-E 341 key. 3)

    • Uma 29:27-28—Yaaqoob haala rakkisaa isa mudate keessa darbeera

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 30:3—Raahel ijoolleen Bilhaan Yaaqoobiif deesse akkuma kan ishii taʼanitti kan dubbatte maaliifi? (it-1-E 50)

    • Uma 30:8, 24-25—Raahel haala abdii nama kutachiisu akkamiitu ishii mudate? Haa taʼu malee, eebba Yihowaa argachuuf maal goote? (w16.09 10 key. 7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 30:1-21 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU