Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 9-15

UUMAMA 24

Bitootessa 9-15

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yisihaaqiif Haadha Manaa Barbaaduu”: (Daq. 10)

    • Uma 24:2-4—Abrahaam, tajaajilaan isaa namoota Yihowaa waaqeffatan gidduudhaa Yisihaaqiif haadha manaa akka barbaadu isa ergeera (wp16.3-AM 14 key. 3)

    • Uma 24:11-15—Tajaajilaan Abrahaam boolla bishaanii tokko biratti Ribqaa wajjin wal arge (wp16.3-AM 14 key. 4)

    • Uma 24:58, 67—Ribqaan Yisihaaqitti heerumuuf walii galte (wp16.3-AM 14 key. 6-7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 24:19, 20—Wanta Ribqaan caqasa kana irratti goote irraa maal barachuu dandeenya? (wp16.3-AM 12-13)

    • Uma 24:65—Ribqaan mataa ishii kan haguuggatte maaliifi? Nuti hoo kanarraa maal baranna? (wp16.3-AM 15 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 24:1-21 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan kana gaafadhu: Babalʼisaan kun gaaffiiwwanitti kan fayyadame akkamitti? Waaʼee eenyummaa Yesuus ilaalchisee namni haasofsiifamu yommuu deebii kennu maal godhe?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiifamu sun fedhii akka qabu argisiisa. Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu erga beeksistee (garuu viidiyicha hin taphachiisin) booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 25

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa, Bitootessa 14 Jalqaba: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan affeerrii namoota hundaaf akka kennamu godhi; achiis qabiyyee isaa ilaalaa. Viidiyoo maree fakkeenya taʼu ilaalaatii irratti mariʼadhaa. Karoora gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf baase beeksisi.

  • Eenyuufaa Affeeruun Qaba?”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 88 key. 12-19

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 49 fi Kadhannaa