Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 24

Yisihaaqiif Haadha Manaa Barbaaduu

Yisihaaqiif Haadha Manaa Barbaaduu

24:2-4, 11-15, 58, 67

Tajaajilaan Abrahaam yeroo Yisihaaqiif haadha manaa barbaadaa turetti qajeelfama Yihowaa gaafateera. (Uma 24:42-44) Nutis murtoo cimaa tokko murteessuu keenya dura Yihowaan qajeelfama akka nuuf kennu gaafachuu qabna. Akkamitti?

  • Kadhachuudhaan

  • Dubbii Waaqayyoo fi barreeffamoota keenya irratti qorannoo gochuudhaan

  • Kiristiyaanota karaa hafuuraa gaʼeessota taʼan irraa gargaarsa gaafachuudhaan