Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Duula Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo (Guraandhala 27–Bitootessa 27)

“As kan dhufne [ykn kan siif bilbille ykn kan siif barreessine] ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruufi. Ayyaanichi ayyaana yaadannoo duʼa Yesuusi dha.” Achiis waraqaa affeerrii nama sanaaf kenni [ykn ergaa gabaabaadhaan ykn iimeeliidhaan ergiif]. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera [ykn intarneetiidhaan hordofuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ibsa]. Kana malees, haasaa ayyaana kana torbee tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu itti argisiisi [ykn ergaa gabaabaadhaan ykn iimeeliidhaan ergiif].

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Dhugaa Baʼuu

Gaaffii: Yesuus eenyu dha?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Aarsaa furii Yesuusiif dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI: