Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 1-7

LAKKOOFSA 7-8

Bitootessa 1-7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 8:17—Yihowaan dhiirota angafaa Israaʼel akkamitti ilaala ture? (it-1-E 835)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 7:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama fedhii argisiisee fi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama kanaan dura Kitaaba Qulqulluu qoʼachaa ture Ayyaana Yaadannoo irratti affeeri. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Fira kee kanaan dura dhugaa baateef Ayyaana Yaadannoo irratti affeeri. (th qoʼannaa 17)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU