Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu

Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu

Dhiironni muudaman tajaajila qulqulluu irratti dursa fudhatanii hojjetu (Lak 7:10; it-1-E 497 key. 3)

Sabni Waaqayyoo akka gaariitti gurmaaʼuu fi qindaaʼuu qabu (Lak 7:11; it-2-E 796 key. 1)

Yihowaan humna tokkoon tokkoon namootaa beeka (Lak 8:25, 26; w04-AM 8/1 25 key. 1)

Yihowaan akkuma Israaʼelota gurmeesse, saba isaa yeroo harʼaa jiranis gurmeesseera. Haa taʼu malee, inni tokkoon tokkoon keenya ni arga, akkasumas carraaqqii dhuunfaatti isa tajaajiluuf goonu ni hubata.