Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 15-21

LAKKOOFSA 11-12

Bitootessa 15-21

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Gungumuu Irraa Fagaachuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 11:7, 8—Biftii fi dhandhamni mannaa gaarummaa Yihowaa kan argisiisu akkamitti? (it-2-E 309)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 11:1-15 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu fedhii akka qabu erga argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama fedhii argisiisee fi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Haasaan Ayyaana Yaadannoo erga xumuramee booda nama fedhii argisiisee fi ayyaanicha irratti argame haasofsiisi; achiis gaaffii inni saganticha ilaalchisee kaasuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU