Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 22-28

LAKKOOFSA 13-14

Bitootessa 22-28

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 13:27—Gabaasni basaastonni fidan amantii Israaʼelonni Yihowaa irratti qaban cimsuu qaba ture kan jennu maaliifi? (Lew 20:24; it-1-E 740)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 13:1-20 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 73

  • Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?—Lallabuuf: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan kana gaafadhu: Kiitii Keeliin haala akkamii wajjin qabsoo gochaa turte? Ija jabina guddifachuuf wanti ishii gargaare maali dha? Ija jabina qabaachuu ishiitiin eebbawwan akkamii argatte?

  • Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?—Siyaasa Irraa Walaba Taʼanii Itti Fufuuf: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan kana gaafadhu: Aayeengee Nisluun haala rakkisaa akkamiitu isa mudate? Ija jabeessa taʼee itti fufuu akka dandaʼuuf maal godhe? Maal hubachuu isaatu Yihowaatti amanamuuf isa gargaare?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 6 key. 14-19

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 143 fi Kadhanna