Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?

Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?

Basaastonni oduu gaarii hin taane fidanii dhufan amantii hin qaban turan (Lak 13:31-33; 14:11)

Basaastonni kurnan amantii dhabuun isaanii obboloonni isaanii abdii akka kutatan godheera (Lak 14:1-4)

Basaastonni ija jabeeyyii taʼuu isaanii argisiisan amantii cimaa qabu turan (Lak 14:6-9; w06 10/1 15-16 key. 5-6)

Israaʼelonni sana dura iyyuu gochawwan Yihowaan isaan fayyisuuf raawwate arganiiru. Kun Yihowaan Kanaʼaaniin akka injifatan akka isaan gargaaru amantiin qaban akka cimu gochuu qaba ture.