Bitootessa 29–Ebla 4
LAKKOOFSA 15-16
Faarfannaa 101 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kooruu fi Garmalee Ofitti Amanamuu Irraa Of Eegaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 15:32-35—Seenaan kun barumsa akkamii dabarsa? (w98-AM 9/1 20 key. 1-2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 15:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Yesuus—Mat 16:16. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Haasaa: (Daq. 5) w15 5/15 15 key. 5-6—Mata Duree: Koora Sirrii Taʼee fi Sirrii hin Taane Gidduu Garaa Garummaa Akkamiitu Jira? (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Fakkeenya Warra Amanamoo hin Taanee hin Hordofinaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenya Warra Amanamoo hin Taanee hin Hordofinaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 126 fi Kadhanna