Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kooruu fi Garmalee Ofitti Amanamuu Irraa Of Eegaa

Kooruu fi Garmalee Ofitti Amanamuu Irraa Of Eegaa

Qoraan waan kooree fi garmalee ofitti amanameef qophii Yihowaa irratti fincileera (Lak 16:1-3; w11 9/15 27 key. 12)

Qoraan inni Leewwicha kabajamaa ture duruma iyyuu mirga hedduu qaba ture (Lak 16:8-10; w11 9/15 27 key. 11)

Ilaalchi dogoggoraa Qoraan qabu miidhaa cimaa geessiseera (Lak 16:32, 35)

Milkaaʼinni tajaajila Yihowaa irratti arganne kooraa fi garmalee ofitti amanamuuf akka nu saaxilu heyyamuu hin qabnu. Mana dhugaa keessa yeroo dheeraadhaaf kan jiraannee fi itti gaafatamummaa hedduu kan qabnu yoo taʼe caalaatti gad of qabuun nu barbaachisa.