Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?

Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?

Yihowaan sabni isaa eessa deemuu akka qabanii fi yoom akka deeman murteesseera (Lak 9:17, 18; it-1-E 398 key. 3)

Namoonni buufaticha keessa turan dafanii ajajamuu qabu turan (Lak 9:21, 22; w11 4/15 4-5)

Yihowaan qajeelfama kennuuf bakka buutota mudaa qabanitti fayyadameera (Lak 10:5-8)

Warra nu geggeessaniif yeroo ajajamnu Yihowaadhaaf ajajamaa akka jirru argisiisna.