Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 12-18

LAKKOOFSA 20-21

Ebla 12-18

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 20:23-27—Amala Aaron yeroo adabbiin isaaf kennametti argisiisee irraa barumsa akkamii arganna? Aaron balleessaa kan raawwate taʼus akkaataa Yihowaan itti isa qabe irraa hoo barumsa akkamii arganna? (w14 6/15 26 key. 12)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 20:1-13 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 90

  • “Dubbii Gaarii Ijaaruuf Gargaaru Dubbadhaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Dubbiin sirrii hin taane ykn gungumuun warra kaan kan miidhu akkamitti? Obboleessi viidiyoo kana irra jiru sirreeffama gochuuf wanti isa gargaare maali dha?

  • Dhiibbaa Hiriyaa Dandamadhaa!: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo gabatee animeeshinii adii taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Namoota hedduu irra dhiibbaa akkamiitu gaʼa? Baʼuu 23:2 irraa gorsa akkamii arganna? Tarkaanfiiwwan dhiibbaa hiriyaa moʼuuf nu gargaaran afur kamfaʼi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 16-23

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 129 fi Kadhanna