Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa

Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa

Museen yeroo dhiibbaan isa irra gaʼee fi dhiphatetti garraamummaan isaa qorameera (Lak 20:2-5; w19.02 12 key. 19)

Museen yeroo muraasaaf garraamii utuu hin taʼin hafee ture (Lak 20:10; w19.02 13 key. 20-21)

Musee fi Aaron cubbuu cimaa waan hojjetaniif Yihowaan isaan adabeera (Lak 20:12; w09-AM 9/1 19 key. 5)

Namni garraamii taʼe dafee hin aaru, hin kooru ykn of hin jaju. Yeroo namni isa miidhutti illee obsa argisiisuu isaa itti fufa, hin dheekkamu, haaloo hin qabatu ykn haaloo baʼuuf hin yaalu.