Ebla 19-25
LAKKOOFSA 22-24
Faarfannaa 8 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 22:20-22—Dheekkamsi Yihowaa Balaʼaam irratti kan bobaʼe maaliifi? (w04-AM 8/1 27 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 23:11-26 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa” (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 5 key. 3-4 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gaafannoo Obboleessa Keenya Dimitrii Mikhaaloviif Godhame jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 24-30 fi saanduqa 7B
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 21 fi Kadhanna