Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira

Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira

Moʼaabonni karaa Israaʼelota itti miidhan barbaadaa turan (Lak 22:3-6)

Yihowaan saba isaa eeguuf tarkaanfii fudhateera (Lak 22:12, 34, 35; 23:11, 12)

Eenyu iyyuu Yihowaa mormee milkaaʼina argachuu hin dandaʼu (Lak 24:12, 13; bt-AM 53 key. 5; it-2-E 291)

Ariʼatamaa fi balaa dabalatee wanti kam iyyuu misiraachichi akka fedhii Waaqayyootti akka hin lallabamne dhowwuu hin dandaʼu. Rakkinni dhuunfaa yeroo nu mudatutti illee, Abbaa keenya isa samiitti amanamnee waaqeffannaa isaatiif dursa kennuu keenya itti fufnaa.