Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira

Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira

Yeroo baayʼee kaayyoon namoota ariʼatama nu irraan gaʼanii hojii lallabaa keenya dhabsiisuu dha. Haa taʼu malee, yeroo ariʼatamaatti Yihowaadhaaf amanamoo taanee yoo itti fufne ulfina isaaf fidna.

VIIDIYOO GAAFANNOO OBBOLEESSA KEENYA DIMITRII MIKHAALOVIIF GODHAME JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Obboleessa keenya Mikhaalov irra ariʼatama akkamiitu gaʼe?

  • Obboleessi keenya Mikhaalov jabaatee akka dhaabbatu Yihowaan kan isa gargaare akkamitti?

  • Yihowaan namoota mana hidhaa jiran kaaniif dhugaa baʼuuf ariʼatama obboleessa keenya Mikhaalov irra gaʼetti kan fayyadame akkamitti?