Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?

Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?

Moʼaabonni Israaʼelota qoruudhaan gocha dogoggoraa akka raawwatan godhaniiru (Lak 25:1, 2; lvs 118 key. 1-2)

Israʼelonni amanamoo taʼuu dhiisuun isaanii fi ofittoo taʼuun isaanii dheekkamsa Yihowaa fideera (Lak 25:3-5; lvs 119 key. 4)

Yihowaan tarkaanfii ija jabinaa namni tokko fudhateen kan kaʼe dheekkamsa isaa dhiiseera (Lak 25:6-11)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ejjennoo addaa qabaachuuf ija jabina argisiisuun kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessatti dha?’