Ebla 5-11
LAKKOOFSA 17-19
Faarfannaa 80 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ani . . . Dhaala Kee Ti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 18:19—Ibsi “kakuu soogiddaa dhaabbataa taʼe” jedhu hiika akkamii qaba? (g02-AM 7/8 20 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 18:1-13 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Yesuus—Mat 20:28. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisi. (th qoʼannaa 6)
Haasaa: (Daq. 5) w18.01 18 key. 4-6—Mata Duree: Yihowaadhaaf kan Kenninu Maaliifi? (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 8-15 fi saanduqa 7A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 7 fi Kadhanna