BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ani . . . Dhaala Kee Ti”
Yihowaan mirga tajaajilaa gatiidhaan hin shallagamne lubootaa fi Leewwotaaf kenneera (Lak 18:6, 7)
Gosti Leewwii lafa dhaalaan argate hin qabu ture; kanaa mannaa, dhaalli isaa Yihowaa ture (Lak 18:20, 24; w11 9/15 13 key. 9)
Sabichi Leewwotaa fi tajaajila lubummaa deggeruuf oomisha isaa keessaa kurnoo fida ture (Lak 18:21, 26, 27; w11 9/15 7 key. 4)
Yihowaan lubootaa fi Leewwotaaf wanta jireenyaaf isaan barbaachisu akka isaaniif guutu waadaa galee ture. Isa tajaajiluuf aarsaa yoo kaffalle nuunis akka deggeru amantii qabaachuu dandeenya.