Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 14-20

1 SAAMUʼEL 14-15

Bitootessa 14-20

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Ajajamuun Aarsaa Irra ni Caala”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 15:24—Dogoggorri Saaʼol raawwate waaʼee gara laafinaa barumsa akeekkachiisaa akkamii nuu kenna? (it-1-E 493)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 15:1-16 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 61

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa Bitootessa 19 Jalqaba: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee waraqaa affeerrii gabaabsii ibsi. Tibba haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannootti qophii gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf godhe dubbadhu. Viidiyoo maree fakkeenya taʼuuf qophaaʼe taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaadhaaf Ajajami: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 22 key. 1-9 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa