Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala

Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala

Raajiin Yihowaa Saaʼol Mootichaaf qajeelfama ifa taʼe kennee ture (1Sa 15:3)

Saaʼol ajaja Yihowaa karaa guutuu taʼen raawwachuu dhiisuu isaatiif sababa dhiheesse (1Sa 15:13-15)

Yihowaan waaqeffannaa namoonni isaaf hin ajajamne dhiheessan hin fudhatu (1Sa 15:22, 23; w07 7/1 11 key. 4; it-2-E 521 key. 2)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Qajeelfama jaarmiyaan Yihowaa kennu yeruma sanaa fi guutummaatti hojii irra nan oolchaa?’