Bitootessa 21-27
1 SAAMUʼEL 16-17
Faarfannaa 7 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Lolichi kan Yihowaa Ti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 16:14, milj.—‘Hafuurri hamaan Yihowaa bira Saaʼolitti dhufe’ yommuu jedhamu maal jechuu dha? (it-2-E 871-872)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 16:1-13 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)
Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Nama wajjin hojjettu ykn barattu ykn fira kee kanaan dura dhugaa baateef affeeri. (th qoʼannaa 2)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii akka qabu argisiiseef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii akka qabu argisiiseef deddeebii gaaffii godhi. Weebsaayitii keenya akka ilaalu jajjabeessi. (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Karaawwan Yihowaatti Akka Amanamnu Itti Argisiisnu Sadi”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ariʼatama Sodaachuun Nu hin Barbaachisu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 22 key. 10-22
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa