Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa

Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa

Namoonni Israaʼel Daawitiin jajatanii turan (1Sa 18:5-7; w04-AM 4/1 15 key. 4)

Daawit wanta hojjetu hunda irratti Yihowaan milkaaʼina isaaf kennee ture (1Sa 18:14)

Daawit yeroo hundumaa kan gad of qabu ture (1Sa 18:22, 23; w18.01 28 key. 6-7)

Yommuu eebba Yihowaa argannu gad of qabuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Kan gad of qabnu taanee jiraachuuf maaltu nu gargaara?