Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Of Tuulummaan Salphina Geessisa

Of Tuulummaan Salphina Geessisa

Saaʼol Mootichi haala baayʼee rakkisaa keessa akka jiru itti dhagaʼamee ture (1Sa 13:5-7)

Saaʼol iddoo ofii isaa beekee qajeelfama Yihowaa hordofuu mannaa of tuulummaadhaan tarkaanfii fudhate (1Sa 13:8, 9; w00-AM 8/1 13 key. 17)

Yihowaan Saaʼoliin adabeera (1Sa 13:13, 14; w07 7/1 13 key. 8)

Namni tokko of tuulummaadhaan tarkaanfii kan fudhatu yommuu ariitiidhaan ykn gowwummaadhaan wanta isaaf hin heyyamamne raawwatutti dha. Of tuulummaan faallaa iddoo ofii beekuu ti. Haalawwan namni tokko akka of tuulu isa qoruu dandaʼan kamfaʼi?