Ebla 25–Caamsaa 1
1 SAAMUʼEL 25-26
Faarfannaa 130 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 25:18, 19—Abigaayil matummaa abbaa manaa ishii irratti hin fincille kan jennu maaliifi? (ia 92 key. 16)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 25:1-13 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 qabxii 4 (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 01
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 98 fi Kadhannaa