Ebla 4-10
1 SAAMUʼEL 20-22
Faarfannaa 90 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 21:12, 13—Gocha Daawit irraa maal baranna? (w05-AM 3/15 24 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 22:1-11 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 2) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii akka qabu argisiiseef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Haasaan Ayyaanna Yaadannoo erga dhihaatee booda, nama affeerte haasofsiisi, akkasumas gaaffiiwwan saganticha ilaalchisee gaafatuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 qabxii 3 (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Namoonni Karaa Weebsaayitii Hawaasaa Itti Michoomte Eenyufaʼi?”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Weebsaayitii Hawaasaa Yeroo Fayyadamtu Hubannaa Qabaadhu jedhamu taphachiisi.
Keessummoota Keenya Simadhaa: (Daq. 5) Haasaa ilaaltuun ol aanaa tajaajilaa Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Bitootessa 2016 irratti hundaaʼee dhiheessu. Duula naannoo tajaajilaa gumichaa waliin gaʼuu irratti buʼaa argame dubbadhu. Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo fuula 10 fi 11 irra jiru akka fayyadaman dubbadhu, akkasumas hundi isaanii ayyaanichaaf garaa isaanii akka qopheessan jajjabeessi. (Iz 7:10) Akkaataa saganticha hordofuun itti dandaʼamu ilaalchisee qophii gumichi godhe ibsi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr Barumsawwan Sirreeffamni Irratti Godhame, gaaffii 1-4
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 95 fi Kadhannaa