Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu

Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu

Michuun keessan yommuu dhiphatu isa jajjabeessaa (1Sa 20:1, 2; w19.11 7 key. 18)

Michuun keessan yommuu balaaf saaxilamu isa akeekkachiisaa (1Sa 20:12, 13; w08 2/15 8 key. 7)

Yommuu maqaan michuu keessaanii balleeffamutti isaaf dhaabbadhaa (1Sa 20:30-32; w09 10/15 19 key. 11)

Sabni Yihowaa michoota gaarii horachuuf carraa hedduu qabu. Michuu qabaachuuf, nuti iyyuu michuu gaarii taʼuu qabna. Gumii keessaa eenyuun michuu godhachuu barbaadda?