Bitootessa 13-19
1 SEENAA BARAA 27-29
Faarfannaa 133 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 27:33—Michuu amanamaan nama akkamii akka taʼe ilaalchisee Hushaay fakkeenya gaarii kan taʼu akkamitti? (w17.03 29 key. 6-7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 27:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Yesuus—Mat 20:28 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii argisiise tokkoof deddeebii gaaffii godhi. Viidiyoo Yesuus kan Duʼe Maaliifi? jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii argisiise tokkoof deddeebii gaaffii godhi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 40
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 45 fi Kadhannaa