BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne
Ofuma keetiin Yihowaa beeki (1Se 28:9; w05-AM 2/15 19 key. 9)
Garaa guutuudhaan Yihowaa tajaajili (1Se 28:9; w12 4/15 16 key. 13)
Yihowaatti amanami, akkasumas hin sodaatin (1Se 28:20; w17.09 32 key. 20-21)
Daawit Mootichi inni dulloome ilmi isaa inni dargaggeessii fi muuxannoo hin qabne mana qulqullummaa ijaaruu isa hojii barbaachisaa taʼe jalqabuu isaa dura gorsa kana kenneera. Gorsi kun hunda keenyaaf, keessumaa immoo dargaggootaaf barbaachisaa kan taʼe maaliifi?