Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 20-26

2 SEENAA BARAA 1-4

Bitootessa 20-26

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 19

  • Guyyaa Iddoo Guddaa Qabuuf Qophoofteettaa?: (Daq. 15) Haasaa fi viidiyoo. Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin kan dhihaatu. Duulli Ayyaana Yaadannoo naannoo tajaajilaa keessanitti akkamitti geggeeffamaa akka jiru ibsi. Obboloota muuxannoo gaarii qabaniif gaafannoo godhi. Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo fuula 8 fi 9 irra jiru irratti hundaaʼanii garaa isaanii akka qopheessan jajjabeessi. (Iz 7:10) Galgala sana keessummoota akkamitti miira hoʼaadhaan simachuu akka dandeenyu ibsi. (Rom 15:7; mwb16.03 2) Viidiyoo Akkaataa Maxinoon Ayyaana Yaadannoo Itti Qophaaʼu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 41 qabxii 1-4

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 135 fi Kadhannaa