Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 27–Ebla 2

2 SEENAA BARAA 5-7

Bitootessa 27–Ebla 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 6:29, 30—Yaadawwan kadhannaa Solomoon irratti ibsaman kun nu jajjabeessuu kan dandaʼan akkamitti? (w10-AM 12/1 11 key. 7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 6:28-42 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Namni haasofsiistu erga fedhii argisiisee booda, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Haasaan Ayyaana Yaadannoo erga xumuramee booda nama affeertee ayyaanicha irratti argame haasofsiisi; achiis gaaffii inni saganticha ilaalchisee kaasuuf deebii kenni. (th qoʼannaa 17)

  • Haasaa: (Daq. 5) w93-AM 2/1 31—Mataduree: Haalli Addaa Nu Mudachuu Isaatiin Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamuu yoo Dadhabne Maaltu Godhama? (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU