BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Garaan Koo Yeroo Hunda Achi ni Taʼa’
Yihowaan mana qulqullummaa isaaf taʼu filateera (2Se 7:11, 12)
Yihowaan ‘garaan koo yeroo hunda achi ni taʼa’ jedheera; kana jechuun isaa maqaa isaa wajjin wal qabatee wanta achi keessatti raawwatamuuf xiyyeeffannaa guddaa akka kennu argisiisa (2Se 7:16; w02-AM 11/15 5 key. 1)
Sabichi “garaa isaanii guutuudhaan” Yihowaa dura deddeebiʼuu isaanii yoo dhaaban, inni manni qulqullummaan akka balleeffamu ni heyyama (2Se 6:14; 7:19-21; it-2-E 1077-1078)
Yeroo manni qulqullummaa eebbifametti sabichi garaan isaanii yeroo hunda achi akka taʼu yaadanii taʼuu dandaʼa. Kan nama gaddisiisu garuu, sabichi suutuma suuta dinqisiifannaa waaqeffannaa Yihowaatiif qaban dhabaniiru.
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Garaan koo waaqeffannaa kootiif xiyyeeffannaa akka kennu gochaa kanan jiru akkamitti?