Bitootessa 6-12
1 SEENAA BARAA 23-26
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 25:7, 8—Caqasni kun Yihowaa jajachuuf faarfachuu barbaachisaa taʼuusaa ilaalchisee maal ibsa? (w22.03 22 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 23:21-32 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Affeerrii Ayyaana Yaadannoo—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Duula Affeerrii Ayyaana Yaadannoo jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffii viidiyicha irratti mulʼatu dhaggeeffattoota gaafadhu.
Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Namni haasofsiistu yommuu fedhii akka qabu argisiisu, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)
Haasaa: (Daq. 5) w11-AM 6/1 14-15—Mataduree: Kiristiyaanonni kan Gurmaaʼan Maaliifi? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Balaan Erga Gaʼee Booda Gargaaruun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.
Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa Bitootessa 11 Jalqaba: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee waraqaa affeerrii gabaabsii ibsi. Haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannootiif, akkasumas naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf qophii gumichi godhe ibsi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 39 fi ibsa dabalataa 3
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 127 fi Kadhannaa