Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe

Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe

Daawit Mootichi hojii mana qulqullummaatiif Leewwotaa fi luboota gurmeesse (1Se 23:6, 27, 28; 24:1, 3; it-2-E 241, 686)

Ogeeyyiin muuziqaa fi warri leenjiʼaa jiran tajaajila muuziqaatiif ramadaman (1Se 25:1, 8; it-2-E 451-452)

Leewwonni karra eegdota, itti gaafatamtoota manneen kuusaa fi itti gaafatamtoota wantoota kan biroo akka taʼan ramadaman (1Se 26:16-20; it-1-E 898)

Yihowaan Waaqa gurmaaʼe waan taʼeef, nutis karaa gurmaaʼeen isa waaqeffanna.—1Qo 14:33.

KANA IRRATTI XIINXALI: Yeroo harʼaa gumiin Kiristiyaanaa waaqeffannaadhaaf sirriitti kan gurmaaʼe akkamitti?