BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti
Mootuun Sheebaa Solomooniin arguuf imala dheeraa fi ulfaataa imalteetti (2Se 9:1, 2; w99-AM 11/1 20 key. 4; w99-AM 7/1 30 key. 4-5)
Ogummaanii fi qabeenyi Solomoon baayʼee ishii dinqisiisee ture (2Se 9:3, 4; w99-AM 7/1 30-31; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
Wanti argite Yihowaa akka jajattu ishii kakaaseera (2Se 9:7, 8; it-2-E 990-991)
Mootuun Sheebaa ogummaadhaaf bakka guddaa waan kennituuf ogummaa argachuuf jecha aarsaa guddaa kaffalteetti
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ogummaa akka qabeenya dhokfameetti barbaaduuf fedhii qabaa?’—Fak 2:1-6.