BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gorsa Ogummaa Qabu Irraa Fayyadamaa
Rooboʼaam murtoo gochuun isa barbaachisee ture (2Se 10:1-4; w18.06 13 key. 3)
Rooboʼaam warra kaan gorsa gaafatee ture (2Se 10:6-11; w01-AM 9/1 28-29)
Rooboʼaam gorsa ogummaa irratti hundaaʼe fudhachuu waan dideef innis taʼe sabichi rakkinaaf saaxilamaniiru (2Se 10:12-16; it-2-E 768 key. 1)
Obboloonni maanguddoon karaa hafuuraa bilchaatoo taʼan muuxannoo waan qabaniif yeroo baayʼee haalli tokko dhumni isaa maal akka taʼu beekuu dandaʼu.—Iyo 12:12.
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gumii keessaa eenyu irraan gorsa gaarii argachuu dandaʼa?’