Ebla 24-30
2 SEENAA BARAA 13-16
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaatti Amanami—Yoom?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Se 15:16—Fakkeenya ija jabinaa Aasaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w17.03 19 key. 7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 14:1-15 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 11)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 09 qabxii 7 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 44 qabxii 1-4 fi ibsa dabalataa 5
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa