Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaatti Amanami—Yoom?

Yihowaatti Amanami—Yoom?

Aasaan raayyaa guddaa tokko injifachuuf Yihowaatti amanameera (2Se 14:9-12; w21.03 5 key. 12)

Yeroo booda garuu Aasaan raayyaa xinnoo tokko injifachuuf Sooriyaatti amanameera (2Se 16:1-3; w21.03 5 key. 13)

Aasaan gargaarsa isaatti amanamuu isaa waan itti hin fufneef Yihowaan isatti hin gammanne (2Se 16:7-9)

Jireenya keenya keessatti yeroo murtoo guguddaa goonutti Yihowaatti amanamuu dandeenya taʼa; garuu yeroo murtoo xixinnoo goonutti hoo? Daandii keenya hundumaa irratti Yihowaa tilmaama keessa galchuun keenya barbaachisaadha.—Fak 3:5, 6; w21.03 6 key. 14.