Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 11-17

FAARFANNAA 18

Bitootessa 11-17

Faarfannaa 148 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. “Yihowaan . . . Isa na Oolchu dha”

(Daq. 10)

Yihowaan akka kattaa, akka dahoo jabaa fi akka gaachanaati (Far 18:1, 2; w09-AM 5/1 14 key. 4-5)

Yihowaan gargaarsaaf yeroo boonyu ni dhagaʼa (Fr 18:6; it-2-E 1161 key. 7)

Yihowaan nuuf jecha tarkaanfii ni fudhata (Fr 18:16, 17; w22.04 3 key. 1)

Yihowaan akkuma Daawitiif yeroo tokko tokko gochaa ture rakkina nurra gaʼu furuu dandaʼa. Haataʼu malee, Waaqayyo yeroo baayʼee qorumsicha sirriitti dandamachuu akka dandeenyuuf wanta nu barbaachisu nuu kennuudhaan ‘karaa ittiin keessaa baanu’ nuu qopheessa.—1Qo 10:13.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 18:10—Faarfatichi, Yihowaa akka waan kiruubel irra taaʼee barrisaa jiruutti kan ibse maaliifi? (it-1-E 432 key. 2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Gaarummaa Argisiisi—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis birooshura lmd barumsa 3 qabxii 1 fi 2 irratti mariʼadhaa.

5. Gaarummaa Argisiisi—Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) Birooshura lmd barumsa 3 qabxii 3-5 fi kutaa “Caqasoota Kanas Ilaali” jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 60

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 5)

7. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Bitootessaatiif Qophaaʼe

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 69 fi Kadhannaa