Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 25-31

FAARFANNAA 22

Bitootessa 25-31

Faarfannaa 19 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Loltoonni uffata Yesuus isa inni irraan uffatu irratti yommuu carraa buufatan

1. Kitaabni Qulqulluun Wantoota Duʼa Yesuusii Wajjin Wal Qabatan Hedduu Dursee Dubbateera

(Daq. 10)

Namoonni waaqni Yesuusiin kan dhiise isaanitti fakkaata (Far 22:1; w11 8/15 15 key. 16)

Yesuus ni arrabsama (Far 22:7, 8; w11 8/15 15 key. 13)

Diinonni isaa uffata Yesuus irratti carraa buufatu (Far 22:18; w11 8/15 15 key. 14; fakkii qolasaarra jiru ilaali)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU:Faarfannaan 22, Miikiyaas 4:4 dabalatee, raajiiwwan waaʼee Masiihichaa dubbataman akka raawwataman amantiin qabu kan naaf cimsu akkamitti?’

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 22:22—Yeroo harʼaa karaawwan lamaan kamiin fakkeenya faarfatichaa hordofuu dandeenya? (w06-AM 11/1 29 key. 7; w03-AM 9/1 20 key. 1)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3 ) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 4 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama wal beektanii fi waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhate tokko deebiʼii haasofsiisi. (lmd barumsa 4 qabxii 3)

6. Haasaa

(Daq. 5) w20.07 12-13 key. 14-17—Mataduree: Raajiin Kitaaba Qulqulluu Amantii Keenya Kan Nuuf Cimsu Akkamitti? (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 95

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 53 fi Kadhannaa