Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 31–Ebla 6

FAKKEENYA 7

Bitootessa 31–Ebla 6

Faarfannaa 34 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa(Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Haalawwan Isin Qoran Irraa Fagaadhaa

(Daq. 10)

Dargaggeessi gowwaan tokko taʼe jedhee karaa gara mana dubartii sagaagaltuutti geessu tokkorra deemeera (Fak 7:7-9; w00-AM 11/15 29 key. 5)

Achiis sagaagaltuun tokko isa gowwoomsuuf isatti dhihaatte (Fak 7:10, 13-21; w00-AM 11/15 30 key. 4-6)

Haala nama qoru akkasii keessa of galchuun isaa balaadhaaf isa saaxileera (Fak 7:22, 23; w00-AM 11/15 31 key. 2)

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 7:3—Ajajawwan Waaqayyoo quba keenyatti hidhachuu fi gabatee garaa keenyaa irratti barreeffachuu jechuun maal jechuudha? (w00-AM 11/15 29 key. 1)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namichi kanaan dura yommuu isa haasofsiistu, waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateera, akkasumas fedhii akka qabu argisiiseera. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namichi kanaan dura yommuu isa haasofsiistu, waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateera, akkasumas fedhii akka qabu argisiiseera. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADDABAABAAYII. Namichi kanaan dura yommuu isa haasofsiistu, waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateera, akkasumas fedhii akka qabu argisiiseera. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 13

7. Yeroo Mijataa Kan Biraa (Luq 4:6)

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA Taphachiisi. Achiis, akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Seexanni Yesuusiin kan qore akkamitti? Nuunoo kan qoru akkamitti?

  • Qorumsa Diyaabilos ofirraa ittisuu kan dandeenyu akkamitti?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 70 fi Kadhanna