Hiriyoota gaaʼelaa taableetiitti fayyadamanii qoʼachaa jiran

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Caamsaa 2016

Ittiin Lixa

Yaada Dammaqaa! fi Barumsa Macaafa Qulqulluu kennuuf gargaaru. Fakkeenya kennametti fayyadamii akkaataa dhiheenyaa qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa

Waaqayyo Iyoob michoota isaa sadan gaarii hin taaneef akka kadhatu isatti hime. Iyoob amantii qabaachuu fi jabaatee dhaabachuu isaatiin kan eebbifame akkamitti? (Iyoob 38-42)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

JW Library Fayyadamaa Jirtaa?

Appilikeshinii kana akkamitti argachuu dandeessa? Walgaʼiiwwan gumii fi tajaajila irratti si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYO IRRAA ARGAMU

Yihowaa Wajjin Nagaa Uumuun Ilma Isaa Yesuusiif Ulfina Kennuu Gaafata

Saboonni aangoo Yesuus kan tuffatan akkamitti? Mootii Waaqayyo dibeef ulfina kennuun keenya hangam barbaachisaa dha? (Faarfannaa 2)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Godoo Yihowaa Keessa Eenyutu Buufata?

Faarfannaa 15ffaan wantoota Yihowaan nama michuu isaa taʼu irraa barbaadu ibsa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Karaawwan JW Library Fayyadamuun Itti Dandaʼamu

Akkaataa appilikeshinii kana qoʼannaa, walgaʼii fi tajaajila irratti itti fayyadamuun dandaʼamu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO KEESSATTI ARGAMU

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan

Raajiiwwan Masiihicha ilaalchisee Faarfannaa 22 irratti dubbataman akkamitti Yesuus irratti akka raawwataman ilaali.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa

Akkuma Daawit Ija Jabeeyyii taʼuuf maaltu nu gargaaruu dandaʼa? (Faarfannaa 27)