Ittiin Lixa
DAMMAQAA!
Barreeffamicha Kennuuf: Barruu Dammaqaa! dhiheenyatti baʼe sii kennuun dhufe.
Gaaffii: Mee gaaffii fuula 2 irra jiru qalbeeffadhu. Ati hoo maal sitti fakkaata?
Caqasa: Luq 7:35 Mata dureen kun yaadni kun Kitaaba Qulqulluuf kan hojjetu akkamitti akka taʼe ibsa.
DAMMAQAA!
Gaaffii: Yaada kanaa wajjin wal simanii jiraachuun gaarii sitti fakkaataa?
Caqasa: Mat 6:34
Barreeffamicha Kennuuf: [Mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?—Yaaddoo” jedhu baasi.] Mata dureen kun Kitaabni Qulqulluun yaaddoo moʼuuf akkamitti akka nu gargaaruu dandaʼu ibsa.
TIRAAKTOTA
Gaaffii: Mee gaaffii kana ilaali. [Gaaffii fuula jalqabaa irra jiru filannoo isaa wajjin dubbisi.] Ati hoo maal sitti fakkaata?
Caqasa: [Fuula 2ffaa tiraaktichaa irraa filadhu]
Barreeffamicha Kennuuf: Tiraaktiin kun caqasichi hiika maalii akka siif qabu ibsa.
ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi