Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 38-44

Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa

Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa

Tajaajiltoonni Yihowaa amanamoon yeroo rakkinni isaan irra gaʼu hundatti Yihowaan akka isaan gargaaru ni amanu

41:1-4

  • Daawit baayʼee dhukkubsatee ture

  • Daawit warra dadhabaniif akka yaadu argisiiseera

  • Daawit dinqiidhaan akka fayyu hin eegne; taʼus jajjabina, ogummaa fi gargaarsa argachuuf Yihowaa kadhateera

  • Yihowaan, Daawitiin nama amanamummaa isaa eegee jiraate godhee ilaaleera